Translation is not possible.

Aswrwb

Good news

Oduu gammachiisaa hawaasa muslimaa hundaaf

Sooshaal miidiyaaleen nuti yeroo keenya irratti gubaa oollu akkuma faayidaas qabu tarii miidhaa caalu qabaachuun isaa beekkamaadha. Sababni isaas wantootni nuti ija keenyaan ilaalaa oollu kan naamusa shari'aa eeggate waan hin taaneef. Faayidaa irraa argataa kan itti bohaarru nutti fakkaatus qalbii keenya gogsaa jiraachuu hin dagatinaa.

Kana malees, plaatfoormiiwwan miidiyaalee hawaasaa nuti fayyadamnu hundi isaaniituu kan diina islaamaatiin qophaa'an waan ta'eef tibba kana activistoota islaama kan qeeqa israa'elitti baay'isan dhaabbanni social media hedduun of eeggannoo itti kennuun hedduus ugguruuf yaalaniiru.

Alhamdulillah har'a hawaasni muslima addunyaa technology isaan diin ykn hawaasa muslimaa dadhabsiisuuf diriirsan haala naamusaa fi dhuudhaa shari'aa islaamaa eeggateen plaatfoormii ajaa'ibaa kan "UMMA LIFE" jedhu qopheessanii hawaasa muslima addunyaatiif gumaachaniiru. Waan isin ajaa'ibu platformichi kun kan Facebookii fi kanneen biroo caalas fooyya'uun home pagii akka fb, video akka YouTubii fi short videowwan akk TikTokii fi kanneen biroos hammatee kan qabuudha.

Maarree obboleewwan kiyya plaatfoormniiwwan aduwwii wajji 'tacamaallaquu' dhiifne App kana waliif share gochaa, wal follow guchuun iimaana keenyas tikfachaa, itti fayyadamaa, ittiin bohaaraa, irraa barachaa walbarsiisaa odeeffannoo hawaasa muslima addunyaa qulqulluu ta'e qubaqabaachaa haa diriirsinuun dhaamsa kiyya.

Kanaaf applicationicha Play store irraa buufadhaa install godhaa. Mul'ata, kaayyoo, heeraa fi seeta plaatformichaa kan ingiliffaan barra'e dubbisaa baay'ee itti gammaddu.

Linkii armaan gadii kanaan play store irraa buufachuu dandeessu.

Linkii keessan waliif share gochuun follow wolgodhaa. Kankoos gamanumaan follow gochuu hin dagatinaa.

Jazakumullah keyran.

https://play.google.com/store/....apps/details?id=com.

https://ummalife.com/umma1697914879Abdiijiru

image
image
image
image
image
image
image
image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group