Pirezidaantii Turkii Erdogan:- "Walii-galteen dhukaasa dhaabuu akka geggeeffamuuf lubbuun daa'ima meeqaa ajjeefamuu qaba?" jechuun gaafatee jira.
Ankaaraan yeroo ammaa marii araaraaf dursa kennuun hojii diippilomaasii irra kan jirtu yoo ta'u Pirezidaantiin Turkii Erdogan ibsa kaleessa kennan keessatti Hamaasiin bakka bu'anii marii araaraa geggeeffamu irratti hirmaachuuf fedhii akka qaban himanii turan.
Mujaahidoonni Hamaas Gaazaa to'annaa isaanii jala oolchanii itti fufanii kan jiran yoo ta'u weerartuun Israa'iil Gaazaa humna lafoon to'achuu akka hin dandeenye hubachuun qilleensa irraan haleelaa jirti.
Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.
https://t.me/JechotaGaggaarii