7 month Translate
Translation is not possible.

Pirezidaantii Turkii Erdogan:- "Dhugaa dubbachuu irraa kan callisu Sheeyxaana dha, Qofaa keenya taanullee dhugaa dubbachuu irraa of duuba hin deebinu..!!" jedhee jira.

Pirezidaantiin Turkii Rajab Xayyib Erdogan guyyaa har'aa kanas dhimma waraana baha giddu-galeessaa irratti haasawa taasisaa kan jiru yoo ta'u "Qofaa keenya taanullee dhugaa dubbachuu irraa of duuba hin deebinu" jechuun kan isaan dubbatan deebii Mootummaa Israa'iiliif kennuu isaanii dha.

Haasawa kaleessa Pirezidaantiin Turkii Erdogan dhimma Hamaas irratti dubbate kan "Hamaas qabsa'aa bilisummaa sabaa fi biyya isaa bilisa baasuuf qabsaa'u dha!" jechuun leellise irra hordofuun halkan kaleessaa Israa'iil ibsa karaa Ministeera Haajaa Alaa isheetiin kenniteen dubbii Erdogan kana balaaleffattee turte.

Erdogan haasawa isaa har'aa kanaan Israa'iiliif deebii waan kenne dha.

Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.

https://t.me/JechotaGaggaarii

Telegram: Contact @JechotaGaggaarii

Telegram: Contact @JechotaGaggaarii

?Fuula Fb Keenyaa Like Gochuun Yeroo Mara Hordofaa Fb.me/Jechoota.gaggaarii ? Channel YouTube Keenya Kana https://youtu.be/l-byKcjI72s Subscribe Gochuun Nu Hordofaa
Send as a message
Share on my page
Share in the group