Translation is not possible.

umma_mediaAfaanOromoo nu hordofaa

⏩⏩⏩

Perezidaant Sheyik Hajjii Ibraahim barreessaa olaanaa Gumii Ulamaa'ota Awurooppaa waliin mariyatan

: Onkoloolessa 14/2016

Perezidaantiin mana maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa doktarri kabajaa Sheyik Hajjii Ibraahim Tufaa barreessaa olaanaa Gumii Ulamaa'ota Awurooppaa Doktar Fayid Muhaammad Sa'id waliin waajira isaaniitti mariyataniiru.

Barreessichi daawwannaa hojiitiif gara Itiyoophiyaa kan dhufan yoo ta'u perezidaantiicha dabalatee hooggantoota olaanoo mana marichaa waliin dhimmoota garaa garaa irratti mariyataniiru.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group