Tamam Sufyan

is feeling Excited
2 years Translate
Translation is not possible.
Assalaamu Aleykum
Har'a hedduu gammade. App Umma life kana argachuu kiyyaaf.
Facebook'n yeroo 3 ol account kiyya gubee jira.
Tweeter duraanii ykn X'n ammaa hanga ammaatti akkaan hin fayyadamneef na ugguree jira.
Nama app kana tolche jannataan so haa gammachiisu.
Jaallan app kana bakka hundaan gahaa...
Send as a message
Share on my page
Share in the group