Наган дахаан йохтахам.

Rabbiin waan hunda irratti danda'aadha!

Rabbiin ol tahe Suurah Aali imraan keessatti akkana jedha:

قُلِ ٱللَّهُمَّ مَٰلِكَ ٱلۡمُلۡكِ تُؤۡتِي ٱلۡمُلۡكَ مَن تَشَآءُ وَتَنزِعُ ٱلۡمُلۡكَ مِمَّن تَشَآءُ وَتُعِزُّ مَن تَشَآءُ وَتُذِلُّ مَن تَشَآءُۖ بِيَدِكَ ٱلۡخَيۡرُۖ إِنَّكَ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءٖ قَدِيرٞ(26)

[Yaa Muhammad!] jedhi: 'yaa Rabbii abbaa mootummaa taate (dhuunfatte)! Mootummaa nama feeteef kennita; Nama feete irraa immoo mootummaa Mulqita; Nama feetes ni jabeessita Nama feetes ni xiqqeessita, toltuun hundi harka kee jira; Dhugumatti Ati waan hunda irratti danda’aadha.'

تُولِجُ ٱلَّيۡلَ فِي ٱلنَّهَارِ وَتُولِجُ ٱلنَّهَارَ فِي ٱلَّيۡلِۖ وَتُخۡرِجُ ٱلۡحَيَّ مِنَ ٱلۡمَيِّتِ وَتُخۡرِجُ ٱلۡمَيِّتَ مِنَ ٱلۡحَيِّۖ وَتَرۡزُقُ مَن تَشَآءُ بِغَيۡرِ حِسَابٖ(27)

'Halkan guyyaa keessa seensifta, guyyaas halkan keessa seensifta; Du’aa irraas jiraa baafta; Jiraa irraas du’aa baafta Nama feetes herrega malee soorta" (jedhi)

Send as a message
Share on my page
Share in the group