Translation is not possible.

Jimaa/Caatii...

- Qabeenya, Fayyaa Qaamaf Qalbii, Hawaasummaa fi Diinii Namaa hubdi.  Nama Sammuu guutuu qabu kan waayee jimaa kana Dhugaan xiinxallee ilaalef, Miidhaan Jimaan Ummata keenya irraan gahaa jirtu Miidhaa Waraana fi Hoongee Muudatee ture caala.

Mee Hubadhaa!!! Waraanni, Hoongee fi kkf Kutaa biyyattii gartokkee keessatti kan miidhaa geessan. Jimaan garuu Magaalaf Baadiyyaa cufa, Barandaa Fi booroo (diinqa) Mana irra jireessaa seenee Qabeenya Maatii, Fayyaa Qaamaf qalbii, Hariiroo Hawaasummaa fi Diinii /Amantii/ nama kana cufaa irraan miidhaa gahaa jira!!!

Send as a message
Share on my page
Share in the group