Jireenyi ammayyaa kun warra qophii hin qabnee fi tattaaffii hin gooneef dhiifama hin gootu, warra hojii malee afaaniin hawwaniifillee xiyyeeffannaa hin kennitu.
Dargaggeessi dandeettii, yaada murteessaa, yeroo itti fayyadamuu, walqunnamtii bu’a qabeessa ta’e, murtoo kennuu, akkasumas jireenya barnootaa ykn Tattaaffi isaa akkamitti akka qindeessu baratu, fedha Rabbiitiin namni sun egeree ifa ta’eef of qopheessaa jira.